March 11, 2025 / By Admin
Posted 2 weeks ago
Korporeeshiniin Injiinariingii Oromiyaa gita hojii duwwaa armaan gaditti tuqame irratti namoota dorgomisiisee kontiraataan qacaruu barbaada.
Lakk | Gita Hojii | Baay’ina | Ulaagaa Barbaachisu | Haala Qacaraa | Bakka Hojii | Mindaa |
1 | Soil/ Rock Preparation Person | 3 | Garade 12th /Certificate/Leevilii I-III dhaan gosa barumsaa “Civil Engineering sector” ykn kan wal fakkaatu “Rock coble stone preparation, masonry” kan qabu/qabdu ta’ee, barumsa leeviliitiif “COC” dhiyeessuun dirqama ta’a. | Waggaa tokkoof | Head Office | Akkaataa Iskeelii Korporeeshinichaatiin |
Nagaa Wajjin
Hub.
- Dorgomtootni Afaan Oromoo dubbachuu, dubbisuu fi barreessuu kan danda’u ta’uu qaba.
- Ragaa sobaa, kan haqame dhiyeessitanii yoo argame seeraan kan gaafachiisu ta’uu akka beektan cimisinee ni hubachiifna.
Interested applicants fulfilling the above criteria can submit their application letter, CV and testimonials that converted to single PDF to

Write the Job Tittle in the subject line of your mail.
Please Attach your Documents that less than 3MB
Please do not send twice
– You can send from any email address to ecopost@ecoet.org
Deadline 25/03/2025