Eebba Pirojektii

Engineering Corporation of Oromia > Posts > Eebba Pirojektii

August 27, 2023 / By Admin

KIO: Pirojektiin Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boru Gambeellaa bakka Pre.B/M/N/O. Obboo Shimallis Abdiisaa fi Pre.M/N/G/ Kabaj. Obboo Umod Ujuluu, aanga’oon, naannoo lamaanuu fi jaarsooli biyyaa, Abba gadaa fi keesumoonni gara garaa argamanitti Hagayya 21/ 12/2015 eebbifameera.

Pirojekticha irratti, KIO Rawwii Olaanaa agarsiiseef beekkamtiin laatameefira.

Pirojektiin Naannoo Gambeellaa baajata qarshii miiliyoona 91 oliin hojjatamaa ture kun

yeroo hojii qabameetti raawwatate waan ta’eef Korporeeshinii Injinaringii Oromiyaa (ECO) fi Dhaabbata ijaarsa isaa raawwachaa ture, “OBM Construction Share Company” waraqaan beekkamtii laatameera.

Pirojektii Abbumadhaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaatin fi gorsaan KIO ta’ee hojjatamaa ture hardha eebbifame kun, bakka Pre.M/N/O Obboo Shimallis Abdiisaa fi Pre.M/N/G Obboo Umod Ujuluu argamanitti eebbifame yoo tahu, sirna eebbaa irratti bakka bu’aan abbaa Pirojektiichaa, H/G/O/KIO, akkasumas H/G/OBM, Jaarsolii biyyaa fi ummaanni naannawwa sanii argamanitti sirni eebba isaa rawwatameera

https://ecoet.org/ebba_pirojektii_IB_gambella/
https://t.me/ECOromia
https://twitter.com/engineeringoromia

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

X