Month: <span>August 2023</span>

Engineering Corporation of Oromia > Posts > 2023 > August

Eebba Pirojektii

August 27, 2023 / By Admin

KIO: Pirojektiin Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boru Gambeellaa bakka Pre.B/M/N/O. Obboo Shimallis Abdiisaa fi Pre.M/N/G/ Kabaj. Obboo Umod Ujuluu, aanga’oon, naannoo lamaanuu fi jaarsooli biyyaa, Abba gadaa fi keesumoonni gara garaa argamanitti Hagayya 21/ 12/2015 eebbifameera. Pirojekticha irratti, KIO Rawwii Olaanaa agarsiiseef beekkamtiin laatameefira. Pirojektiin Naannoo Gambeellaa baajata qarshii miiliyoona 91 oliin hojjatamaa ture […]

Jilli pirezidaantii itti aanaa mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Arsii Aanaa Lemmuu fi Bilbiloottii Pirojektii bishaan dhugaatii Maraaroo Sirboo eebbise.

August 14, 2023 / By Admin

Ijaarsi pirojektii kanaa sababa addaa addaan yeroo dheeraaf turun madda rakkoo bulchiinsa gaarii ta’aa kan ture yoo ta’u bara kana xiyyeeffannoo MNO pirojektii buleeyyiif kenneen dizaayinii isaa foyyeessuun ijaarsi isaa xumuramee guyyaa har’aa ebbifamee jira. Pirojektiin kun Boolla gadi fagoo 3, Kuusaa bishaanii 4, Booster Pump stations 3, Pumpii 6,Standbye Generators 4, Transformer 6,Boonoo Bishaanii […]

If you have any Construction problem ... We are available

X