Month: <span>September 2023</span>

Engineering Corporation of Oromia > Posts > 2023 > September

Pirojektiin Ijaarsa Mana barumsaa Ifa Boruu sadarkaa lammaffaa Naannoo Affaar Magaalaa Samaraatti ijaarame eebbifame.

September 5, 2023 / By Segni

KIO: Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi P/M/N/Affaar Obbo Hajii Awwal Arbaa, Itti gaafatamaa waajjira Paartii  Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Hogganaa Biiroo Haqaa fi Nageenyaa Oromiyaa Komishinar Jeneraalaa Kaffaaloo Tafarraa dabalatee, hoggansi olaanoon Naannoolee lamanuu, Jaarsolii biyyaa fi keessummoonni garaagaraa bakka argamanitti eebbi kun gaggeeffame jira. Pirojektiin kun, Hariiroo Obbolummaa naannoolee […]

Pirojeektii Bishaan Dhugaatii Magaala Bordoddee Eebbifamee Jira.

September 5, 2023 / By Admin

KIO: Jilli Sadarkaa Ittaanaa pirezidaantii mootummaa Naannoo Oromiyaai,Qindeessaa Kilaastera Qonnaa kabajamoo Obbo Abduraman Abdallaatiin durfamu Godina Harargee Lixaatti Pirojektii Bishaan Dhugaatii Magaala Bordoddee eebbisiise..Ijaarsi pirojektii kanaa xiyyeeffannoo MNO pirojektii buleeyyiif kenneen Korporeeshiinii Injiinariingii Oromiyaa dizaayinii isaa foyyeessuun ijaarsi isaa xumuramee guyyaa har’aa ebbifamee jira.Pirojektiin Bishaan dhugaatii magaalaa Bordodee Boolla gadi fagoo 2, Kuusaa bishaanii 2( […]

Eebba Pirojektii Hidha Finnaa Oromiyaa Funnaan Birreessaa

September 5, 2023 / By Admin

KIO: Pirojektiin Hidha Finnaa Oromiyaa Funnaan Birreessaa bakka Obbo Aburazaaq Huseen Bulchaa Godinaa Boorana bahaa, Obbo Galmaa Goolloo Itti gafatama Waajjira Misooma Jalisiif Horsisee Bulaa Aanaa Areeroo, Kab. Ambaassadar Shifaraa Jararsoo, Eng. Girmaa Raggassa Itti gafa. Biiroo Misoomaa Jallisii fi Horsisee Bulaa Oromiyaa fi Jaarsooli biyyaa, Abba gadaa, keesumootaa Feederaalaa, Maanguddootaa fi keesumoonni gara garaa […]

If you have any Construction problem ... We are available

X