Eebba Pirojektii Hidha Finnaa Oromiyaa Funnaan Birreessaa

Engineering Corporation of Oromia > Posts > Eebba Pirojektii Hidha Finnaa Oromiyaa Funnaan Birreessaa

September 5, 2023 / By Admin

KIO: Pirojektiin Hidha Finnaa Oromiyaa Funnaan Birreessaa bakka Obbo Aburazaaq Huseen Bulchaa Godinaa Boorana bahaa, Obbo Galmaa Goolloo Itti gafatama Waajjira Misooma Jalisiif Horsisee Bulaa Aanaa Areeroo, Kab. Ambaassadar Shifaraa Jararsoo, Eng. Girmaa Raggassa Itti gafa. Biiroo Misoomaa Jallisii fi Horsisee Bulaa Oromiyaa fi Jaarsooli biyyaa, Abba gadaa, keesumootaa Feederaalaa, Maanguddootaa fi keesumoonni gara garaa argamanitti Hagayya 29/ 12/2015 eebbifamee jira.

Pirojekticha irratti, Res. Eng. KIO Rawwii Olaanaa agarsiiseef beekkamtiin laatameefira.
Pirojektiin Naannoo Booranaa baajata qarshii miiliyoona 826 oliin hojjatamaa ture kun
yeroo hojii ji’ootac18 (kudha saddeet) keessatti raawwachuuf karoorafamee ji’oota 12 (kudha lama) keessatti yeroo koroorfame dursee raawwatamee jira. Korporeeshinii Injinaringii Oromiyaa fi ” Narucon Construction” kontiraktara hojii ijarsa isaa raawwate yoo ta’u. Biiroo Misooma Jallisii fi Horsisee Bulaa Oromiyaa fi gorsaan KIO ta’ee hojjatama ture hardha eebbifame kun Res. Eng.waraqaa beekkamtii laatameera.
Pirojektii Abbumadhaan Biiroo Misooma Jallisii fi Horsise Bulaa Oromiyaatin fi gorsaan KIO ta’ee hojjatamaa ture hardha eebbifame kun, bakka Bulchaa Godinaa Boranaa Bahaa. Obbo Abdurazaaq Huseen, Itti gafa. wajjira Misooma Jalliisi fi Horsiisee Bulaa Aanaa Areeroo, Kab. Ambaasadar Shifaraa Jarsoo , Eng. Girmaa Raggasaa Itti gaf.Biiroo Misoomaa Jallisi fi Horsisee Bulaa Oromiyaa, Maanagmeentii. Korporeeshinii Injinaringii Oromiyaa argamanitti eebbifame yoo tahu, sirna eebbaa irratti Abbaa Pirojektiichaa, H/G/O/ B.M.J.H.B.Oromiyaa akkasumas. ” Narucon Construction” Jaarsolii biyyaa fi ummaanni naannawwa sanii argamanitti sirni eebba isaa rawwatamee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

X