Waamicha Qormaata Teknikaa

Engineering Corporation of Oromia > Posts > Waamicha Qormaata Teknikaa

April 19, 2024 / By Admin

Namoota Gaafa 2/8/2016 Qormaata Konklaachisaa irratti qoramtan firiin isaa akkaataa Linkii kanan keessa jiruutti ka’aamee jira. Haaluma Kanaan Lakk.1  hanga 64 kan jirtan qormaata teknikaa gaafa 15/08/2016  ganama sa’aatii 3:00tti Magaalaa Furii maqaa adda Hootela Fitsum Balayitti akka argamtan isin beeksifna.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

X